Oduu biyya keessaa Xaanaanesh 2 gara Hara Xaanaatti seenuuf qophii taate Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Bu’aa bahii hedduu darbuun Magaalaa Bahir Daar kan geesse Xaanaanesh 2 gara Hara Xaanaatti seenuuf qophii taateerti. Imala lafaarraa ishee jaalalaa…
Idil Addunyaa Chaayinaan namoonni kumni 7 vaayirasii kana dura hin beekamneen qabamuu beeksiste Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC ) - Chaayinaa keessatti vaayirasiin busaan walqabatee dhufu namoota kuma 7 irratti argame jedhan aangawoonni biyyattii. Bookeen busaa yeroo nama hidditu…
Fayyaa Oromiyaatti daa’imman miiliyoona 7.5 ol fayyadamtoota sagantaa ijoollummaa duraa taasisuuf… Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara baajataa 2018 daa’imman miiliyoona 7.5 ol fayyadamtoota sagantaa ijoollummaa duraa taasisuuf hojjetamaa jira. Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Amantaaleen waloon ta’uun nageenya biyyaa cichoomsuuf hojiilee bal’aa hojjetan Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Amantaaleen waloon ta’uun walummaa cimsuun nageenya biyyaa cichoomsuuf hojiilee bal’aa hojjetan jedhe Ministeerri Nageenyaa. Yaa’ii 4ffaan Nageenya…
Biiznasii Gurgurtaa Elektiriikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni… Sifen Megersa Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Bara baajataa 2017 keessa Gurgurtaa Elektirikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 18 ol argame jedhe Humni…
Oduu biyya keessaa Sirna, Wabii fi Birmadummaa Nyaataa mirkaneessuuf qulqullinaa fi baay’inaan oomishuun… Sifen Megersa Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Sirna, Wabii fi Birmadummaa Nyaataa mirkaneessuuf qulqullinaa fi baay’inaan oomishuun barbaachisaadha jedhan Hayyuun Qonnaa fi Gorsaan qorannoo fi…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan magariisaa misooma Dippiloomaasii Magariisaa fi hariiroo ummataa cimsa Sifen Megersa Aug 2, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Ashaaraan magariisaa misooma Dippiloomaasii Magariisaa fi hariiroo ummataa cimsuuf gumaacha olaanaa qaba jedhe Ministeerri Dhimma Alaa. Ministeerichi…
Oduu biyya keessaa Daandiin baaburichaa imala Badhaadhinaa baachuu haala danda’uun ijaaramaa jira Sifen Megersa Aug 2, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Daandiin Baaburaa Itiyoo-Jibuutii imala badhaadhina baachuu haala danda’uun ijaaramaa jira jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Dhaabbatichaa Injiinar…
Biiznasii Warqee batteeffaman seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame Sifen Megersa Aug 2, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Warqee batteeffaman seeraan ala daddabarfamaa ture Kiiloo Giraamni 27 to’atame. Warqeen kun Damee Gumrukaa Magaalaa Finfinnee Aqaaqii Qaallattii…
Oduu biyya keessaa Hojiilee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Baatiwwan Waxabajjii fi Adoolessaa keessa… Sifen Megersa Aug 2, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Hojiilee Imaammata Biyyaalessaa, Riifoormii Diinagdee, Tarsiimoo Dippiloomaasii Naannawaa fi idil Addunyaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…