Nageenyaa fi misooma waaraa Itiyoophiyaa dhugoomsuuf tokkummaa sabdaneessaa mirkaneessuun…
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) –Nageenyaa fi misooma waaraa Itiyoophiyaa dhugoomsuuf tokkummaa sabdaneessaa mirkaneessuun barbaachisaadha jedhan sadarkaa itti aanaa Ministira Muummeetti…