Oduu biyya keessaa Koorporeeshinichi galii Birrii biiliyoona 4 argate Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 4 argadhe jedhe. Koorporeeshinichi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee Qonnaan waloon hojjechuuf walii galan Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee qonnaan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteesan. Waliigalticha Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Oduu biyya keessaa Qindoomina hojii Fooramii Miidiyaalee gidduutti uumameen odeeffannoo waaltessuun danda’ame-… Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) - Qindoomina hojii Fooramii Miidiyaalee gidduutti uumamaa dhufeen odeeffannoo waaltessuun danda'ameera jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa…
Biiznasii Itiyoophiyaan yaa’ichaan bu’aa sirna nyaataan galmeessite addunyaaf agarsiifte – Dooktar Girmaa… Sifen Megersa Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti bu’aa sirna nyaataan galmeessite addunyaaf agarsiifte jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Hojiin Itiyoophiyaan nyaataan of danda’uuf taasiiftu kan dinqisiifamuudha – Antooniyoo Guutareez Sifen Megersa Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Tattaaffiin Itiyoophiyaan nyaataan of danda’uuf taasiiftu kan dinqisiifamuudha jedhan Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf hojiileen sirna ce’umsa nyaataa giddugaleeffatan raawwanneerra –… Sifen Megersa Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf tarsiimoo fi imaammata ifaa ta’e bocuun hojiilee ce’umsa sirna nyaataa giddugaleeffatan raawwanneerra jedhan…
Oduu biyya keessaa Bidiruuwwan tajaajila geejjibaa kennan biyya keessatti walitti hidhuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Tajaajilli Geejjibaa Galaanaa fi Loojistiksii Bidiruuwwan tajaajila geejjibaa Bishaanirraa kennan biyya keessatti walitti hidhuuf hojjetamaa jira jedhe.…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii 2ffaan Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii Finfinneetti taa’amaa jira Sifen Megersa Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Yaa’ii 2ffaan Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii bakka hoggantoonni biyyoota garaagaraa argamanitti Finfinneetti taa’amaa jira. Ministira Muummee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari'atan. Hoggantoonni lameen dhimmoota naannawaa fi…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni Jibuutii, Biraaziil, Saa’uud Arabiyaa fi Rippablika Diimokiraatawaa Koongoo… Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Ministiroonni Jibuutii, Biraaziil, Saa'uud Arabiyaa fi Rippablika Diimokiraatawaa Koongoo Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti…