Ispoortii Morkii Woolviis Arsenaal waliin taasisu… Sifen Megersa Feb 18, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliziin har’a Woolviis dursaa liigichaa Arsenaal waliin taphata. Gabatee liigichaan sadarkaa dhumaarratti kan argamu Woolviis…
Idil Addunyaa Iddoolee seenaa qabeeyyii fi uumamaa Turkiyyee… Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Turkiyyeen biyyoota Iddoolee seenaa qabeeyyii fi uumamaa dinqisiisoo qaban keessaa tokko. Turkiyyeen biyya seenaan badhaate, iddoolee seenaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaan simachuu kootti gammadeera – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan daawwannaa hojiif gara Finfinnee dhufan simachuu kootti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaan simatan Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan daawwannaa hojiif gara Finfinnee dhufan simataniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaan Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad wayita…
Oduu biyya keessaa Wayita soomanaa dhiifamni, Gaarummaa fi walgagargaaruun cimuu qaba – Abbootii Amantaa Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Wayita soomanaa Gaarummaa, dhiifama waliif gochuu fi walgagargaaruun cimuu qaba jedhan Abbootiin Amantaa. Soomni guddaan (Ayyaana Du’aa Ka’uu…
Oduu biyya keessaa Michummaa bara dheeraa Itiyoophiyaa fi Turkiyyee… Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Hariiroon Dippiloomaasii Itiyoophiyaa fi Turkiyyee bara Faranjootaa 1896 eegale. Turkiyyeen bara 1926 Itiyoophiyaatti Imbaasii ishee yoo bantu,…
Oduu biyya keessaa Bilisummaa fi haqa qabeessummaa filannoo mirkaneessuuf hirmaannaan dargaggootaa murteessadha – Aadde… Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Haqa qabeessummaa, diimokiraasummaa, fudhatummaa fi bilisummaa filannoo guddisuuf hirmaannaan dargaggootaa daran murteessa jedhan Hoggantuun Biiroo…
Oduu biyya keessaa Qophii duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa fi IZEMA… Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Lammiilee Itiyoophiyaa Haqa Hawaasummaaf filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaaf qophii duula na filadhaa taasifneerra…
Idil Addunyaa Fooramiin Biiznasii Afrikaa 9ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Sifen Megersa Feb 16, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2018 (FMC) – Fooramiin Biiznasii Afrikaa 9ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Fooramichi mata duree ‘Egeree Afrikaa Faayinaansiin tumsuu, hojii…