Oduu biyya keessaa Yaa’iin Idilee Naannoo Hararii gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jul 24, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Yaa’iin Biyyaalessaa 2ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaan naannoo Hararii gaggeeffamaa jira. Yaa’ichi hojiilee dameewwan aadaa, seenaa, eegumsa…
Oduu biyya keessaa Hojiin eegumsaa fi misoomaa Paarkiwwanirratti hojjetame bu’aa jajjabeessaa galmeesse – Salamaawiit… Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Hojiin eegumsaa fi misoomaa Paarkiwwanirratti hojjetame bu’aa jajjabeessaa galmeesse jedhan Ministirri Ministeera Tuurizimii Salamaawiit Kaasaan.…
Ispoortii Dambi Doolloon tapha nuusa xumuraaf darbe Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) –Shaampiyoonaa Kilaboota naannolee Itiyoophiyaan Kilabni bulchiinsa magaalaa Dambi Doolloo Araadaa injifachuun nuusa xumuraaf darbe. Dambi Doolloo…
Fayyaa Waa’ee Ulfaa Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) –Ulfaa fi jijjiiramoota qaamaa yeroo ulfaa. Haati tokko yemmuu ulfooftu jijjiiramoota adda addaa akka keessummeessitu saayinsiin fayyaa ni mul’isa.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan sirna nyaataa waaraa ijaaruuf hojjechaa jirti Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan qormaatilee mudatan carraatti jijjiiruun sirna nyaataa waaraa ijaaruuf hojjechaa jirti. Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Galmi barkumee bifa haaraan ijaaramuufi Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) - Galmi Barkumee bifa misoomaa naannawichatti gaggeeffamu waliin haala walmadaaleen bifa ammayyaa’een ijaaramuufi. Daayrektarri Piroomooshinii fi…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa Nageenya waaressuuf injifannoowwan gaarii galmeesse – K/J Dammallaash… Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Poolisiin Federaalaa Nageenya waaressuuf injifannoowwan gaarii galmeesse jedhan Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi hariiroo Immigireeshiinii fi dameewwan biroon qaban caalmaatti cimsuuf… Sifen Megersa Jul 23, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Neezarlaand hariiroo immigireeshinii fi dameewwan biroon qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru. Jilli Daayrektera olaantuu…
Ispoortii Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse Sifen Megersa Jul 21, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) - Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse. Lammiin Kaameeruun Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon…
Oduu biyya keessaa Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha – Obbo Ordiin Badirii Sifen Megersa Jul 21, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) - Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Hararuu Obbo Ordiin Badiriin. Manne maree bulchiinsaa naannoo Hararii…