Oduu biyya keessaa Yeroon galmee kaadhimamtootaa dheerate Sifen Megersa Feb 6, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 29 , 2018 (FMC) – Yeroon galmee kaadhimamtoota Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa hanga Guraandhala 16, 2018tti dheerachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa…
Teeknooloojii Magaalaa Aggaarootti Giddugalli Tajaajila Iddoo tokkoo Masoob hojii eegale Sifen Megersa Feb 6, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Magaalaa Aggaarootti Giddugalli Tajaajila Iddoo tokkoo Masoob tajaajilawwan 129 fooddawwan 12’n tajaajila kennuu eegaleera. Giddugalichi Seektaroota…
Oduu biyya keessaa Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha… Sifen Megersa Feb 6, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan taphni Liiverpuul Maanchiister Siitii keessummeessu ni… Sifen Megersa Feb 6, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan tapha har’a Liidiis Yuunaayitiid Notiingahaam Foresti keessummeessuun eegalama. Har’a halkan…
Biiznasii Baatiwwan jahan darban Konfiransiiwwan idil addunyaa 150 Finfinneetti keessummaa’an – Kantibaa… Sifen Megersa Feb 6, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Baatiwwan jahan darban konfiransiiwwan idil addunyaa 150 Finfinneetti keessummaa’an jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Buufata Xayyaaraa Shaakkisoo qaama immaammata walitti hidhamiinsa samiifi lafaa naannichaa… Sifen Megersa Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Ijaarsi Buufata Xayyaaraa Shaakkisoo qaama immaammata Mootummaa Jijjiiramaa Naannoo Oromiyaa, walitti hidhamiinsa samiifi lafaa naannichaa dhugoomsuti…
Fayyaa Lammiileen miiliyoonni 63 ol fayyadamoo Tajaajila Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa ta’an Sifen Megersa Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaatti Lammiileen miiliyoonni 63 ol fayyadamoo Tajaajila Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa ta’an jedhe Tajaajilli Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Koree Waloo Raayyaa Ittisaa Itiyoo Keeniyaa xumurame Sifen Megersa Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) - Walga’iin Koree Waloo Raayyaa Ittisaa Itiyoo Keeniyaa guyyoota lamaan darbaniif Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa ture xumurameera. Walga’iin kun…
Oduu biyya keessaa Sabboonummaan barnoota, teeknooloojiifi misoomaan dhugoomuu qaba – Pir. Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC)- Sabboonummaan barnoota, teeknooloojiifi misoomaan dhugoomuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…
Biiznasii Walakkaa waggaatti Birriin biiliyoonni 52.26 walitti qabame – Tajaajilicha Sifen Megersa Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 kana walakkaa waggaatti Birriin biiliyoonni 52.26 walitti qabame jedhe Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa. Kunis gurgurtaa annisaa…