Sirni baniinsa bara hojii 5ffaa Manneen Maree lamaanii Wiixata dhufu gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC) – Sirni baniinsa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa fi Mana Maree Federeeshinii Fulbaana 26, 2018 Wiixata dhufu gaggeeffama.…