Oduu biyya keessaa Waltajjii injifannoo dippiloomaasii olaanaa argamsiise… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii biyyoota garee 20 Afrikaa Kibbaatti gaggeeffame cinatti hoggantoota biyyoota 16 waliin dhimmoota…
Teeknooloojii Guddina Diinagdee waaraa mirkaneessuuf hubannoo namtolcheef xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaadha –… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Guddina Diinagdee waaraa mirkaneessuuf hubannoo namtolcheef xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaadha jedhe Mootummoota Gamtoomaniitti sagantaan Misoomaa.…
Oduu biyya keessaa Hojiilee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Baatiwwan Onkololeessaa fi Sadaasaa keessa… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Hojiilee ijoo biyyaalessaa fi addunyaalessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Baatiwwan Onkololeessaa fi Sadaasaa keessa raawwatan Waajjirri…
Ispoortii Morkii Waancaa Afrikaaf darbuu fi sadarkaa 3ffaa argachuuf Itiyoophiyaa fi Keeniyaa gidduutti… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii morkiin Waancaa Afrikaaf darbuu fi sadarkaa 3ffaa argachuuf har'a gita isaa Keeniyaa…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan tapha har’a Fuulhaam Maanchiister Siitii, Boornimaawuuz ammoo Eevartan keessummeessaniin eegalama.…
Oduu biyya keessaa Guyyoota kurnan itti aanaan haalli qilleensaa gogaa fi qorraa ta’e cimee itti fufa Sifen Megersa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Guyyoota kurnan itti aanaan haalli qilleensaa gogaa fi qorraa ta’e cimee itti fufa jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabootaa fi Sablammoota Itiyoophiyaa sirni Federaalaa bu’uura cimaan akka ijaaramu… Sifen Megersa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Guyyaan Sabootaa fi Sablammoota Itiyoophiyaa sabdaneessummaaf beekamntii kennuun sirni Federaalaa bu’uura cimaan akka ijaaramu gumaacheera jedhan Af…
Oduu biyya keessaa Waldaalee hojii gamtaa dorgomaafi haala qabatamaa addunyaa waliin tarkaanfatan horachuun… Sifen Megersa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Waldaalee Hojii Gamtaa dorgomaafi haala qabatamaa addunyaa waliin deeman horachuun barbaachisaadha jedhan Itti Aanaan Komishinaraa Komishiinii Waldaalee…
Oduu biyya keessaa Kabaja guyyaa Saboota,Sablammootaafi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti Sifen Megersa Dec 1, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti mata duree 'Waliigaltee dimookraatawaa tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Duudhaalee obbolummaa cichoomsuun gaaffilee bu’uuraa dhaloota ida’amuu deebisuuf daandii… Sifen Megersa Nov 30, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) –Duudhaalee obbolummaa cichoomsuun gaaffilee bu'uuraa dhaloota ida'amuu deebisuuf daandii ijoodha jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…