Lammiileen Itiyoophiyaa kumni 3 fi 285 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 3 fi 285 gara biyyaa deeb’uun ibsameera.
Balalliiwwan 9 torbee kana keessa…