Haqni hawaasummaa gochaan, jireenyi lammiilee wayita dhugaan jijjiiramu: Qa’ee Gaarummaa Markaatoo
Finfinnee, Sadaasa 7, 2019 (FMC) – Qa’een gaarummaa Markaatoo bakka addaa Qixal Taraa jedhamutti ijaaramaa jiru, mootummaan ida’amuu haqa hawaasummaa mirkaneessuuf murannoon hojjetaa…