Oduu biyya keessaa Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomte Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera. Humni waloo nageenyaa injifannoo…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT dirqamee ta’us moo’atamuu isaa amanaa jira Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT dirqamee ta’us moo’atamuu isaa amanaa jiraachuu ibsi hoggantoonni garichaa laatan ni muul’isa jedhame.…
Fayyaa Iddoon dhaabbii fi buufanni bobbii Ambulaansii Birrii miiliyoona 90 oliin ijaarrame tajaajila eegale Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Iddoon dhaabbii fi buufanni bobbii Ambulaansii Birrii miiliyoona 90 oliin ijaarrame tajaajila eegaluu ibsame. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Manneen Barnootaa naannoo Hararii 11 Kaarkulama barnootaa haaraa hojiirra oolchuuf yaalii eegalan Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Manneen Barnootaa naannoo Hararii 11 Kaarkulama barnootaa haaraa hojiirra oolchuuf yaalii eegaluu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksiise. Hojiirra…
Biiznasii Ayyaana Qillee fi Cuuphaan walqabatee qaala’iinsi gatii akka hin muuddanne bittaan Zayita liitira… Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Ayyaana Qillee fi Cuuphaan walqabatee qaala’iinsi gatii akka hin muuddanne bittaan Zayita nyaataa liitira miiliyoona 5 raawwachaa jiraachuu Dhaabbanni…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Bahaatti miseensonni Shanee meeshaalee waraanaa waliin to’ataman Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaatti miseensonni Shanee meeshaalee waraanaa gosa adda addaa waliin to'atamuu ibsame. Aanichaa…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Lixaa Aanaalee garaagaraa keessatti Shaneerratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaa Aanaalee garaagaraa keessatti Shaneerratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsanme. Godina Wallagga Lixaa Aanaalee Ganjii,…
Oduu biyya keessaa Qonnaan Bultoonni Harargee Lixaa loltootaafi jeneraalota misooma Sululaat – Proofeesar Iyaasuu… Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – ‘Qonnaan Bultoonni Harargee Lixaa loltootaafi Jeneraalota misooma Sululaati’ jedhan Ministir Deeetaan Ministeera Qonnaa Proofeesar Iyyaasuu Eeliyaas.…
Idil Addunyaa Chaayinaan Gamtaa Awurooppaa himatte Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Chaayinaan Gamtaan Awurooppaa dhimma keessoo Hoong Koong seenera jechuun himatte. Gamtichatti Biiroon ergamaa addaa Chaayinaa akka…
Oduu biyya keessaa Maree biyyaalessaa eegalchiisuuf mootummaan qophii garaagaraa taasiisaa jira – TKM Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Maree biyyaalessaa eegalchiisuuf mootummaan qophii garaagaraa taasiisaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise. Mootummaan Marii…