Idil Addunyaa Preezdaantiin Zaambiyaa duraanii Ruupiyaahi Baandaan boqotan Sifen Megersa Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Zaambiyaa duraanii Ruupiyaahi Baandaan du'aan addunyaa kanarraa boqochuu ibsame. Ruupiyaahiin bara Faranjootaa 2008 hanga 2011…
Oduu biyya keessaa Finfinneen teessoo hunda keenyaa, ibsituu sabdaneessummaa fi agarsiiftuu Tokkummaati – Aadde… Sifen Megersa Mar 11, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Finfinneen teessoo hunda keenyaa, ibsituu sabdaneessummaa fi agarsiiftuu Tokkummaati jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Ejansichi horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa daakuu kuntaala kuma 4fi… Sifen Megersa Mar 11, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) –Ejensiin dhiheessa qorichaa Federaalaa horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa daakuu kuntaala kuma 4 fi 70…
Oduu biyya keessaa Paartileen Siyaasaa hundi jalqabbii boqonnaa haaraa dhugoomsuuf qooda isaanii akka ba’an abdiin qaba… Sifen Megersa Mar 11, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Paartileen Siyaasaa hundi jalqabbii boqonnaa haaraa dhugoomsuuf qooda isaanii akka ba’an abdiin qaba jedhan Walitti qabduun Mana Maree Waloo Paartilee…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Nageenya, badhaadhina hunda galeessaa fi fedhii bulchiinsa gaarii waaraan… Sifen Megersa Mar 11, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa badhaadhina hunda galeessa lammiilee mirkaneessuuf paartii muul’ata olaanaa qabatee imalaa jiru ta’uu itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Sirni Baniinsa Yaa’ii Jalqabaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 11, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Sirni baniinsa Yaa'ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa’ichaan murtoowwan Badhaadhina hunda…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Teeknika Loltummaa Awaash Damee Meekaanaayizdiin ogeeyyii leenjisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Mar 11, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Manni Barumsaa Teeknika Loltummaa Awaash Damee Meekaanaayizdiin ogeeyyii leenjii Ogummaa Konkolaachisummaa salphaa fi cimaan leenjisaa ture…
Idil Addunyaa Humnoonni Rippaablikaanii Dooneeskii magaalaa Yuukreen Voolnoovaakaa to’atan Sifen Megersa Mar 11, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Humnoonni Rippaablikaanii Dooneeskii magaalaa Yuukreen Voolnoovaakaa to’achuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Biyyaa Raashiyaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Jilli Paartii Sosochii Biyyaalessa Ugaandaa Yaa’ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaarratti… Sifen Megersa Mar 11, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) –Jilli Paartii 'biyyaalessaa Feeziistaanis Muuvmant Ugaandaa' Yaa'ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaa har'aa eegalee gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Jilli Paartii AKP Turkii Yaa’ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinnee gale Sifen Megersa Mar 11, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Jilli Paartii AKP Turkii itti aanaa dura taa'aa paartichaa Feevzii Shaanvardiin durfamu Yaa'ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinnee…