Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad gara Finfinnee deebi’an Sifen Megersa Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Yaa'ii 3ffaa Turki - Afrikaa irratti hirmaachaa kan turan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi jilli isaaniin durfamu gara Finfinnee deebi'uu waajjirri…
Oduu biyya keessaa Suphaan Sarara daddabarsa Humna Elektirikaa Kombolchaa – Samaraa xumurame Sifen Megersa Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Suphaan Sarara daddabarsa Humna Elektirikaa abbaan Kiiloo Vooltii 230 Kombolchaa - Samaraa xumuramuun hojiin yaalii gaggeeffamaa jiraachuu Humni Elektirikii…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Leencoon Itti aanaa Ministiraa Dhimmoota Qoonsilaa Saa’uud Arabiyaa waliin… Sifen Megersa Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Saa'uud Arabiyaatti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Leencoo Baatiin Itti aanaa Ministiraa Dhimmoota Qoonsilaa Saa'uud Arabiyaa Ambaasaaddar Taamiim…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Gaaboon waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Gaaboon Alii Boongoo fi kan Angoolaa Joo'awaa Looreenzoo waliin dhmmoota hariiroo waloo fi ardii…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT wayita Waldiyaa weeraree turetti yakkoota sukaneessaa raawwachuu ibsame Sifen Megersa Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT wayita Waldiyaa weeraree turetti yakkoota sukaneessaa raawwachuu jiraattoonni magaalichaa ibsan. Garichi dubartoota gudeeduu,…
Oduu biyya keessaa Yeroon kun yeroo tokkummaan ummata Ityoophiyaa daraan itti barbaachisuudha – Preezdaant… Sifen Megersa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hawaasa Ityoophiyaa Angoolaa jiraatan waliin dhimmoota haala waqtaawaarratti marii taasiisaniiru. Yeroon kun yeroo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Murtoo Mana Maree Mirga Namoomaa kan hin fudhanne ta’uu beeksiifte Sifen Megersa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan Murtoo Mana Maree Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan hin fudhanne ta'uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise. Manni marichaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen jaarsolii biyyaa fi dursitoots gosaa waliin mari’ataniiru Sifen Megersa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) - Preezdaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jaarsolii biyyaa fi dursitoota gosaa waliin dhimmoota haala biyyaleessaa fi naannicharratti…
Oduu biyya keessaa Humni waloo nageenyaa Ityoophiyaa magaaloota Urgeessaa, Liibsoo,Giraanaa, Marsaafi Kiillee Sifen Megersa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) - Humni waloo nageenyaa Ityoophiyaa Marsaa fi Giraanaa to'achuun gara fuulduraatti imalaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa beeksiise. Humni…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii meeshaalee yaala fayyaa buufataalee Fayyaa naannoo Afaariif deeggarsa taasiise Sifen Megersa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Naannoon Hararii meeshaalee yaala fayyaa garaagaraa Birrii miiliyoona 7 olitti tilmaamaman buufataalee fayyaa Naannoo Afaariif deeggarsaan…