Liinkiin lammiilee Ityoophiyaa Yuukreen jiraatan akkaataa gara biyyoota ollaatti imaluu…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) –Jarmanitti Imbaaasiin Ityoophiyaa lammiileen Ityoophiyaa Yuukreen jiraatan akkaataa gara biyyoota ollaatti imaluu danda'an liinkii deeggarsa laatu…