Oduu biyya keessaa Konfiraansii Barnootaa Godina Jimmaatti Sifen Megersa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti konfiraansiin barnootaa bara 2018 qooda fudhattoota Godinaa fi Aanaalee hirmaachise gaggeeffamaa jira. Waltajjii kanaan raawwiin…
Oduu biyya keessaa Ayyaanonni bara Haaraa Goofaa ‘Gaazee Masqalaa, Ooyidaa, Yoo’oo Masqalaa’n kabajamaa jiru Sifen Megersa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Ayyaanonni bara Haaraa saba Goofaa ‘Gaazee Masqalaa, Ooyidaa, Yoo’oo Masqalaa’n Magaalaa Saawulaatti kabajamaa jiru. Pireezidaantii naannoo Kibba…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa galmoota misoomaa Mootummoota Gamtoomanii milkeessuuf faayidaa guddaa qaba-… Sifen Megersa Sep 24, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa galmoota misooma waaraa Mootummoota Gamtoomanii milkeessuuf faayidaa guddaa qaba jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Oduu biyya keessaa Dhaabaa fi Marqaa Kormaa …. Sifen Megersa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Dhaabaa fi Marqaan Kormaa akaakuu nyaata aadaa Ayyaana Masqalaaf qophaa'aan keessaa isaan tokkoodha. Oromoon Tuulamaa Ayyaana Ifa Birraa/Masqalaa…
Oduu biyya keessaa Qabeenya beelladaa sirnaan fayyadamuuf hojjetamaa jira – Minissteera Qonnaa Sifen Megersa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan qabeenya beelladaa hedduu qabdu haala terknooloojii giddugaleeffateen bu'aa irraa argachuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhe…
Oduu biyya keessaa Godinichatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbe Sifen Megersa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) - Godina Kibba Walloo Aanaa addaa naannawaa Daseetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbe. Konkolaataan deddeebisa ummataa imaltoota fe'ee…
Oduu biyya keessaa Daandiin Roobee Seeruu geessu suphamuu dhabuun hawaasa komachiise Sifen Megersa Sep 23, 2025 0 Finfinnee Fulbaana 13, 2018 (FMC) - Godina Arsiitti daandiin Aspaaltii gara aanaalee Roobee fi Seeruu geessu ciccituun dafee suphamuu dhabuun hawaasa komachiiseera. Daandichi gara magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Masqalaa fi Agaammee naannoo Tigraayitti Sifen Megersa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2018(FMC) – Ayyaanota bifa aadaa fi amantii eeggataniin kabajaman keessaa ayyaanni Masqalaa isa tokko. Ayyaanichi guutummaa biyyattiitti kan kabajamu ta’us,…
Oduu biyya keessaa Namoonni sanadoota sobaa mana jireenyaa keessatti qopheessuun shakkaman to’ataman Sifen Megersa Sep 22, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni 2 sanadoota sobaa mana jireenyaa keessatti qopheessuun shakkaman to'ataman jedhe Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee.…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Taayyeen durfamu Yaa’ii waliigalaa 80ffaa Mootummoota Gamtoomaniirratti… Sifen Megersa Sep 22, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Jilli Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu Yaa'ii waliigalaa 80ffaa Mootummoota Gamtoomanirratti hirmaacjaa jira. Yaa'iin waliigalaa…