Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalichaa murtoowwan garaagaraa dabarse Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Kaabineen bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 5ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan adda addaa…
Oduu biyya keessaa Artiist Natsaannat Warqinaan boqote Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Artiist Natsaannat Warqinaan dhibee tasaa isa mudateen addunyaa kanaraa du’aan boqote. Sagantaa tapha maatii("Yebeeteseb Caawataa") jedhuun miidiyaalee…
Ispoortii Shaggar 0 – 0 Faasiil Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 15ffaa har’a taphatameen morkiin Kilaba bulchiinsa Magaalaa Shaggarii fi Faasiil gidduutti gaggeeffame…
Ispoortii Goota Maaraatoonii Atileet Taammiraat Tolaa… Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Goonni fiigicha Maaraatoonii Atileet Taammiraat Tolaan injifannoo galmeessuu itti fufeera. Atileet Taammiraat Tolaan fiigicha Maaraatoonii har’a…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti bakkeewwan ayyaanni Cuuphaa itti kabajaman duulaan qulqullaa’aan Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti bakkeewwan ayyaanni Cuuphaa fi Kataraa itti kabajaman duulaan qulqullaa’aniiru. Ayyaanni Cuuphaa haala duudhaa isaa eegeen akka…
Waajabila Faanaa Wadaajiin Aadaa obbolummaa, jaalalaa fi marartee… Sifen Megersa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) –Wadaajiin dhungoo jaalalaa dargaggeessi hin fuunee fi Shamarran hin heerumne waliin raawwataniidha. Dargaggeessi tokko wayita shamarran qalbii isa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsaa fi qophummaa dhaabbilee mirkaneessuun itti gaafatamummaa mootummaati – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Ijaarsaa fi qophummaa dhaabbilee mirkaneessuun itti gaafatamummaa mootummaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Kanarraa ka’uun…
Oduu biyya keessaa Filannoon Biyyaalessaa milkiin akka xumuramuuf qophii gahaan taasifame – Obbo Adam Faaraah Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) - Filannoon Biyyaalessaa marsaa 7ffaan milkiin akka xumuramuuf qophii ga'aan godhamuu Pireezidaantii Itti aanaan paartii Badhaadhinaa fi Ittigaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif beekamtii kenne Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaan akkaataa maqaa biyyaa ijaaruun akka kabajamuuf gahee Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin bahateef…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Saboota, sablamootaa fi Ummattootaa sirna federaalaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba –… Sifen Megersa Jan 15, 2026 0 Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Ayyaanni Saboota, sablamootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa sirna federaalaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo…