Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan xumurame Tsehay Guluma Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC)- Yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera. Yaa'icharratti Dureewwan biyyoota Afrikaa garaagaraa,…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ikkuuwaatooriyaal Giinii waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ikkuuwaatooriyaal Giinii Obiyaangi Nugeemiyaa Embaasoongo waliin Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa fi Bootiswaanaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siiril Raamaafoosaa fi Pireezidaantii Bootiswaanaa Duumaa Bookoo waliin Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pool Kaagaamee fi Saamiyaa Suluhuu waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2025 0 Finfinnee Guraandhala 8,2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa'ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa gaggeeffamaa jiru cinaatti Pireezidaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee fi kan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti sirni qophii baajataa sagantaa irratti hundaa’e ifoomsuu gaggeeffame Tsehay Guluma Feb 15, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)-Naannoo Oromiyaatti sirni qophii baajataa sagantaa irratti hundaa'e ifoomsuu gaggeeffameera. Sirnichi Bakka Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon gita isaanii Mooritaaniyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaa gaggeeffamaa jirun cinaatti Ministira Dhimma…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa Barattoota gosa barnootaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisise Tsehay Guluma Feb 15, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)-Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa Barattoota gosa barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 612 eebbisiseera. Sirna eebbicharratti Kantiibaan Magaalaa Dirre…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 8,2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii Faayilemaan Yaanigiin waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Siiriil Raamaafoosaan Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 15, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 8,2017 (FMC)-Pireezidaantiin Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaan Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaantichi…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Feb 15, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 8,2017 (FMC)-Yaa'iin 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa'icharratti Dureewwan biyyoota Afrikaa garaagaraa…