Biiznasii Daldala Alergeerraa Doolarrii biiliyoonni 3.2 ol argamuun ibsame Tsehay Guluma Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Baatiwwan jahan darban daldala Alergeerraa galiin Doolaara biiliyoona 3.28 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Jimmaatti lafa hektaara kuma 40 ol irraa Buna gamashuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Tsehay Guluma Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Godina Jimmaatti lafa hektaara kuma 40 ol irraa buna gamashuun hojjetamaa jiraachuun ibsameera. Godinicha Aanaa Maannaatti hojiin duulaan buna dulloome…
Oduu biyya keessaa Cuuphaan Ayyaana Amantaa, Aadaa fi Sabdaneessummaati – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Kataraa fi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Cuuphaan Ayyaana Amantaa,…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna…
Oduu biyya keessaa Afyaa’ii Sa’aadaa Abdurrahmaan ergaa baga geessannii dabarsan Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahe dabarsaniiru. Aadde Sa'aadaan gama…
Oduu biyya keessaa Cuuphaan fakkeenya du’a keessaa gara jireenyaatti darbuu mallattoo ce’umsaati-Pireezidaanti… Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga ittiin isin gahe dabarsaniiru. Guutuun ergaa isaanii akka itti aanuutti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Ayyaana Cuuphaa kabajuuf Goondar galan Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen Ayyaana Cuuphaa kabajuuf Magaalaa Goondar galaniiru. Pireezidaanti Taayyeen wayita buufata…
Biiznasii Bara kana hanga ammaatti Albuuda gara Alaatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 300 fi… Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Bara kana hanga ammaatti Albuuda gara Alaatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 300 fi miiliyoona 85 argamuu Abbaan Taayitaa Misooma Albuudaa…
Idil Addunyaa Kaabineen Nageenyaa Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Hamaas waliin taasifame raggaasise Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Kaabineen Nageenyaa Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Hamaas waliin dheegganta taasifame raggaasiseera. Kaabineen biyyattii dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Naannoleen ayyaana Kataraa fi Cuuphaa kabajuuf qophii barbaachisu xumuruu beeksisan Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Naannoon Gaambeellaa, Sidaamaa, Kibbi Lixaa fi Giddugaleessi Itiyoophiyaa ayyaana Kataraa fi Cuuphaa kabajuuf qophii barbaachisu xumuruu beeksisaniiru.…