Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna…
Oduu biyya keessaa Afyaa’ii Sa’aadaa Abdurrahmaan ergaa baga geessannii dabarsan Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahe dabarsaniiru. Aadde Sa'aadaan gama…
Oduu biyya keessaa Cuuphaan fakkeenya du’a keessaa gara jireenyaatti darbuu mallattoo ce’umsaati-Pireezidaanti… Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga ittiin isin gahe dabarsaniiru. Guutuun ergaa isaanii akka itti aanuutti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Ayyaana Cuuphaa kabajuuf Goondar galan Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen Ayyaana Cuuphaa kabajuuf Magaalaa Goondar galaniiru. Pireezidaanti Taayyeen wayita buufata…
Biiznasii Bara kana hanga ammaatti Albuuda gara Alaatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 300 fi… Tsehay Guluma Jan 18, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Bara kana hanga ammaatti Albuuda gara Alaatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 300 fi miiliyoona 85 argamuu Abbaan Taayitaa Misooma Albuudaa…
Idil Addunyaa Kaabineen Nageenyaa Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Hamaas waliin taasifame raggaasise Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Kaabineen Nageenyaa Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Hamaas waliin dheegganta taasifame raggaasiseera. Kaabineen biyyattii dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Naannoleen ayyaana Kataraa fi Cuuphaa kabajuuf qophii barbaachisu xumuruu beeksisan Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Naannoon Gaambeellaa, Sidaamaa, Kibbi Lixaa fi Giddugaleessi Itiyoophiyaa ayyaana Kataraa fi Cuuphaa kabajuuf qophii barbaachisu xumuruu beeksisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Mariin oomisha al ergii Itiyoophiyaan gara Chaayinaatti ergitu guddisuurratti xiyyeeffate… Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen Jila Pireezidaantii Wiirtuu Qorannoo Misoomaa Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf tarkaanfiin fudhatamaa jiru bu’aa argamsiise – TKM Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf tarkaanfiin adda addaa fudhatamaa jiru bu’aa argamsiisuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Mootummaan garaagarummaa kamuu mariin furuu fi araara akka filannnoo nageenyaa ijootti fudhachuun… Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Mootummaan garaagarummaa kamuu mariin furuu fi araara akka filannnoo nageenyaa ijootti fudhachuun hojjechaa jiraachuu Tajaajilii Kominikeeshinii Mootummaa…