Wal’aansa baqaqsanii yaaluun nama tokko keessaa Sibiloonni 110 ba’e
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Hospitaala Kompireheensivii Ispeeshaalayizdii Alartitti wal’aansa baqaqsanii yaaluun ga’eessa umrii Waggaa 46 keessaa sibiloonni gosa garaagaraa 110 ol ba’uun…