Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Burundii Ivaaristee Niidaayshimiyee Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Burundii Ivaaristee Niidaayshimiyee Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Walga’iin idilee 48ffaa Hoji Raawwachiistootaa Gamtaa Afrikaa xumurame Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Walga’iin idilee 48ffaa Hoji Raawwachiistootaa Gamtaa Afrikaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera. Walga’ichi “Dhiyeessii bishaanii itti…
Oduu biyya keessaa Rakkoo Bulchiinsa gaarii furaa kan jiru Masoob … Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (MC) - Wiirtuun Tajaajila giddugala Tokkoo Masoob qaawwa mootummaa fi ummata gidduu jiru dhiphisuun itti quufinsaa fi amantaa ummanni mootummaa irraa qabu akka…
Teeknooloojii Obbo Awwaluun Moojootti Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob eegalchiisan Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (MC) - Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Magaalaa Moojootti Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegalchiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Teeleeviizhiinii ‘EBS’ du’aan boqotan Tsehay Guluma Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC)- Hojii Raawwachiisaa Olaanaa fi Hundeessaan Teeleeviizhiinii ‘EBS’ Obbo Amaan Fissahaatsiyoon du’aan addunyaa kanarraa boqotaniiru. Obbo Amaan dhibee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Tajaajila Poolisii Ismaarti hojii eegalchiisan Tsehay Guluma Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti isa jalqabaa kan ta’e tajaajila Poolisii nama maleessaa (Ismaarti Poolisii ) hojii…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Mana Maree Amantaa Kiristaana Amantoota Wangeelaa waliin… Tsehay Guluma Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen xurunaan Hoggantoota Mana Maree Amantaa Kiristaana Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa haaraa filataman…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa dogoggora konkolaachisaan mudatan ittisuuf… Tsehay Guluma Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) –Balaa Tiraafikaa sababa dogoggora konkolaachistootaan mudatan ittisuuf hojjetamu qaba jedhe Eejensiin Geejjiba Oromiyaa. Magaalaa Asallaatti torbeen…
Oduu biyya keessaa Fooyyeessii diinagdee gooroo guddina Itiyoophiyaaf murteessaa ta’e… Tsehay Guluma Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018(FMC) - Guddina diinagdee Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf gaheen fooyyeessii dinagdee gooroo olaanaadha jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob…
Oduu biyya keessaa Riizoortiin loogoo aadaa fi duudhaa uummata walloo beeksisuuf gargaara – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Riizoortiin loogoo aadaa fi duudhaa uummata walloo beeksiisuuf gargaara jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI…