Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun Madfiin ni dhukaafama
Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Ayyaana Mawliidaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun madfiin yeroo sagal kan dhukaafamu ta’uu Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksiseera.
Madfichi Hagayya…