Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Biqiltuun Bunaa biiliyoonni 2.7 qophaa’e Tsehay Guluma May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti biqiltuun Bunaa biiliyoonni 2 fi miiliyoonni 700 qophaa’e jedhe Biiroon Qonna naannichaa. Naannichatti oomisha bunaa sanyii…
Oduu biyya keessaa Buusaa Gonofaan namoomaarratti xiyyeeffatee hojjeta -Obbo Mohaammad Jundaa Tsehay Guluma May 27, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Buusaan Gonofaan Oromiyaa aadaa oromoo keessa ture saayiinsii ammayyaan walsimsee namoomaarratti hojjechuuf xiyyeeffate socho’aa jiraachuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan fayyadamummaa qonnaan bultootaafi horsiisee bultootaa guddisuuf Inisheetivoota bocuun… Tsehay Guluma May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa fayyadamummaa qonnaan bultootaa fi horsiisee bultootaa mirkaneessuuf inisheetivoota misoomaa garaagaraa bocuun…
Oduu biyya keessaa Tuuriizimii Ispoortii si’oomsuuf hojjetamaa jira –Salaamaawiit Kaasaa Tsehay Guluma May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) – Tuuriizimii Ispoortii si'oomsuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawiit Kaasaan ibsan. Fiigichi Kiiloomeetira 12…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Paarisitti Mana Amantaa Kaateedraalii Nootiradaam daawwatan Tsehay Guluma May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii Paarisitti Mana Amantaa Kaateedraalii Nootiradaam daawwataniiru. Bara Faranjoota 2019…
Oduu biyya keessaa Hojiin Komishinii Hoggansa Sodaa balaa gurmeessuu cimee itti fufa –Aadde Adaanech Abeebee Tsehay Guluma May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC )- Hojiin Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Magaalaa Finfinnee humna namaa fi teeknooloojiin ammayyeessuu fi gurmeessuu cimee kan itti fufu…
Ispoortii Fiigicha Kiiloomeetira 12’n Boqojjiitti fiigame Atileet Masarat Xaafaa fi Siyyuum Dirribaan… Tsehay Guluma May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Fiigicha Kiiloomeetira 12'n Itiyoophiyaa haa barruu 4ffaa har'a magaalaa Boqojjiitti fiigame Atileet Masarat Xaafaa fi Siyyuum Dirribaan injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadiifi Pireezidaanti Maakroon Masaraa Eliseetti simannaa taasisan Tsehay Guluma May 23, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC )- Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadi fi jila isaaniif Pireezidaantiin Faransaay Imaanu’eel Maakroon Masaraa Eliseetti simannaa taasisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Sirni Korma Dagaagaa Qaluu guyyaa har’aa raawwatame Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Sirni Korma Dagaagaa Qaluu guyyaa har’aa raawwatameera. Tibba darbe Tuulamni Sadeen Waxabajjii 12 gara Odaa Nabeetti godaanuuf labsatee ture .…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Paaris galan Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Daawwannaa hojiif Faransaay Paaris galaniiru. Godaambaa Humna…