Oduu biyya keessaa Seenessi biyya kanaa gostokkee ture- Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Aug 8, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2018 (FMC)- Seenessi Itiyoophiyaa baroota darban gostokkee ture jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Warri Oromoon abbaa dabareeti jedhanis warri Oromoon waan isaaf malu hin arganne jedhanis yaada… Tsehay Guluma Aug 8, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2018( FMC)- Warri Oromoon abbaa dabareeti jedhanis warri Oromoon waan isaaf malu hin arganne jedhanis yaada siyaasaa gahaa hin qaban jedhan Ministirri Muummee Dooktar…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad waa’ee qabsoo uummata Oromoo irratti qabxiiwwan ijoo… Tsehay Guluma Aug 8, 2026 0 Qabsoon uummata Oromoo jaarraa tokkoo ol kan ture ta’us, saffisa barbaadameen injifannoo osoo hin fidin kan tureef sababonni ijoo afur jiraachuu Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru. Sababni…
Oduu biyya keessaa Yaadonni furmaataa ajandaa gareewwan hojiif dhiyaachuu eegalan Tsehay Guluma Aug 8, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2018 (FMC) - Yaadonni furmaataa ajandaa gareewwan hojiif dhiyaachuu eegalaniiru jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessaa. Miseensonni garee 30 tokkoon tokkoo gareewwan…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ministira Ce’umsa Diijitaalaafi Innooveeshinii Beeniin Dooktar Maahuunaa… Tsehay Guluma Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ministira Ce’umsa Diijitaalaa, Innooveeshinii fi Kalaqaa Beeniin Dooktar Maahuunaa…
Biiznasii Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa galii Birrii Biiliyoona 100 fi biiliyoona 18 ol argate Tsehay Guluma Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC)-Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa bara baajataa 2018 maddoota galii garaagaraarraa galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 18 .91 argateera. Hojii…
Oduu biyya keessaa Waggoottan darban riifoormii damee hedduu gaggeeffameen bu’aaleen galmaa’an- Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Aug 5, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC)- Waggoottan darban riifoormii damee hedduu gaggeeffameen bu’aalee gaariin galmaa’aniiru jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan Ashaaraa magariisaa baroottan darban hojjatamaniin bu’awwan hedduun argaman-… Tsehay Guluma Aug 3, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC)- Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaallee Ganda Ilaalaatti biqiltuu dhaabaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hojiileen naannoo Amaaraatti waggoottan darban hojjetaman bu’aa qabeessa – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Aug 1, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC)- Hojiileen waggoottan jijjiiramaa darban naannoo Amaaraatti hojjetaman kan xiqqeffamanii miti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Gaaffilee mootummaan jijjiirama dura ture deebisuu qabu Paartiin Badhaadhinaa deebise – Dooktar Abiy… Tsehay Guluma Aug 1, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) – Gaaffilee mootummaan jijjiiramaan dura ture deebisuu qabu Paartiin Badhaadhinaa deebiseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Bara…