Gamaaggamni raawwii hojii mootummaafi Paartii Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 2ffaa itti fufeera
Finfinnee, Amajjii 14, 2018(FMC)- Gamaaggamni raawwii karoora hojii mootummaafi Paartii kurmaana 2ffaa bara 2018 Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa lammaffaa har'as itti fufeera.…