Fayyaa Oromiyaatti Duulli Talaallii Pooliyoo kennamuu eegale Tsehay Guluma Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti Duulli Taalallii Pooliyoo Qinda'aa Marsaa 5ffaan Daa’imman Umurii shanii gadiif kennamuu eegaleera. Duula talaallichaa Hogganaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Maree Biyyaalessaa Naannoo Tigraay Finfinneetti gaggeeffamuufi Tsehay Guluma Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC)- Waltajjiin Maree Ajandaa walitti qabuu Naannoo Tigraay Bitootessa 23-25, 2018 Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuufi jedhe Komishiniin Maree Biyyaalessaa.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Hindi miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaaf waliigaltee gamlamee xumuruuf… Tsehay Guluma Mar 27, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2018 (FMC)- Iityoophiyaan miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa irratti marii Hindii waliin geggeessaa jirtuun waliigaltee gamlamee saffisaan xumuruuf…
Idil Addunyaa Waraana Giddugaleessa Bahaa Addunyaa raasaa jiru… Tsehay Guluma Mar 26, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2018 (FMC) – Waraanni Baha Giddugaleessaa Israa’eel fi Ameerikaan Iraan waliin gaggeessaa jiran Addunyaa gaaga’aa jira. Waraana Baatii tokko guutuuf jiru kanaan…
Idil Addunyaa Ammatti marii kamiiyyuu eegaluuf fedhii hin qabu – Iraan Tsehay Guluma Mar 26, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2018 (FMC) – Iraan ammatti marii kamiiyyuu eegaluuf fedhii hin qabdu jedhe Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii. Iraan yaada ka’umsa marii Pireezidaantiin Ameerikaa…
Teeknooloojii Imalli dijitaala Itiyoophiyaa guddina damee dijitaalaa addunyaan keessa jirtuun dorgomaa ta’aa… Tsehay Guluma Mar 26, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2018 (FMC)- Imalli dijitaala Itiyoophiyaa guddina damee dijitaalaa addunyaan keessa jirtuun dorgomaa ta'aa jira jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Qophii Qonna Arfaasaa… Tsehay Guluma Mar 25, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2018 (FMC)- Qonna Arfaasaa bara kanaan lafa heektaara miiliyoona 1 fi kuma 900 misoomsuuf karoorfameera jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa. Mootummaan damee qonnaa…
Idil Addunyaa Kolombiyaatti balaa Xiyyaara loltummaarraa qaqqabeen lubbbuun namoota 66 darbe Tsehay Guluma Mar 23, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2018 (FMC)- Kolombiyaatti balaa Xiyyaara loltummaarraa qaqqabeen lubbbuun namoota 66 darbeera. Balichi naannawaa Amaazoon kibba Kolombiyaa naannoo daangaa…
Oduu biyya keessaa 𝐂𝐀𝐁𝐈𝐈𝐍𝐒𝐀 𝐒𝐈𝐑𝐍𝐀𝐀: 𝐂𝐀𝐁𝐈𝐈𝐍𝐒𝐀 𝐋𝐀𝐅𝐄𝐄 𝐃𝐔𝐆𝐃𝐀𝐀.. Tsehay Guluma Mar 23, 2026 0 𝗧𝗮𝗿𝗸𝗮𝗮𝗻𝗳𝗶𝗶 𝗗𝘂𝘂𝗿𝘀𝗼𝗼: 𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮 𝗞𝘂𝗳𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳 𝗕𝗲𝗲𝗸𝗮𝗺𝘁𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗻𝗻𝘂𝘂 Dhimmi jijjiiramaa, mootummootafi dhaloottan dhufaa darbaniif dhaadannoo ijoo barootaa ture. Haata’u malee, yaaliiwwan jijjiiramaa…
Oduu biyya keessaa Turtii Addaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Teeleevizhinii Qaanaa waliin egeree… Tsehay Guluma Mar 23, 2026 0 Turtii isaaniin, pilaanii magaaloota, misooma waaraa fi pirojektiwwan Misooma Koriidarii Magaalaa Finfinnee fi Magaaloota biroo akkamitti jijjiiraa jIru, akkasumas bu’uuraaleen misoomaa…