Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa fi Raayyaan barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa fi Raayyaan barattoota sagantaa idilee fi idilee alaan ogummaa adda addaan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.…