Ministeerichi lammiilee Godina Goofaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 4 ol taasise
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartoota fi Hawaasummaa lammiilee Godina Goofaatti sababa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 4.6 olitti…