Oduu biyya keessaa Lammiileen 786 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessaa turan 786 gara biyyaatti deebi’aniiru. Lammiileen kunneen balallii marsaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaan galma qabame haala milkeessuun jalqabbii gaarirra jira… Tsehay Guluma Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a Piroojektii ‘Caakkaa’ keessatti biqiltuu Appilii dhaabaniiru. Hojiin dhaabbii…
Ispoortii Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Itiyoophiyaaf badhaasni kenname Tsehay Guluma Jul 9, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) - Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2016 kan ta'e Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Itiyoophiyaaf badhaasni kennameera. Taphattoota,…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Magaalota Afrikaa yeroo jalqabaaf Finfinneettii ni gaggeeffama – Aadde Caaltuu… Tsehay Guluma Jul 9, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) - Fooramiin Magaalota Afrikaa yeroo jalqabaaf Hagayya 29, hanga Qaammee 1, 2016tti Ityoophiyaa Magaalaa Finfinneettii kan gaggeeffamu ta'uu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Jeneraal Abdulfattaa Alburhaan waliin marii bu’aa qabeessaa taasisuun ibsame Tsehay Guluma Jul 9, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala waqtaawaa Sudaanirratti Pireezidaantii Mana maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal Abdulfattaa…
Oduu biyya keessaa Baankichi hammattoo Imaammata Maallaqaa Haaraa ifoomse Tsehay Guluma Jul 9, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Baankiin Biyyaalessa Itiyoophiyaa hammattoo imaammata maallaqaa haaraa ifoomseera. Baankiin Biyyaalessa Itiyoophiyaa bara darberraa eegalee gatiin gadi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy, Du’aan Boqochuu Seenaatara duraanii Ameerikaa Jiim Iinhooffiitti gaddi itti dhaga’amuu… Tsehay Guluma Jul 9, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, du'aan boqochuu Seenaatara duraanii Ameerikaa Jiim Iinhooffiitti gaddi itti dhaga'amuu ibsaniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Godinaalee garaagaraatti pirojektoonni misoomaa eeebbifamuun tajaajilaaf banaman Tsehay Guluma Jul 9, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti pirojektoonni misoomaa eebbifamuun tajaajilaaf banamaa jiru. Bu'uuruma kanaan Godina Buunnoo…
Oduu biyya keessaa Godina Gujiitti Hospitaalli Sadarkaa jalqabaa Sabbaa Boruu Birrii miiliyoona 143 oliin ijaarame… Tsehay Guluma Jul 9, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Godina Gujiitti Hospitaalli Sadarkaa jalqabaa Sabbaa Boruu Birrii miiliyoona 143 oliin ijaarame eebbifameera. Hospitaalicha Hogganaan Biiroo Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Pirojektoonni 104 baasii Birrii biiliyoona 1.2 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifaman Tsehay Guluma Jul 9, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Godina Boorana Bahaatti Pirojektoonni 104 baasii Birrii biiliyoona 1.2 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru. Godinichatti rakkoowwan bu’uuraalee…