Magaalaa Shaashamannee fi Godina Arsii Lixaatti Hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) –Magaalaa Shaashamannee fi Godina Arsii Lixaatti Hiriirri deeggarsaa mata duree ''Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina'' jedhuun…