Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu addunyaaf fakkeenya ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu addunyaaf fakkeenya ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa ibse.
Tattaaffii addunyaan…