Ajajni Lixaa biyyaaf Gaachana ta’ee, diinaaf ammoo Sodaa ta’eera -Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC)- Ajajni Lixaa biyyaattii eeguuf wareegama gudda kaffaluun biyyaaf gaachana ta’ee, diinaaf ammo sodaa ta’uun seenaa hojjeteera jedhan Pireezidaantiin Mootumma…