Oduu biyya keessaa Tigraayitti Indaastiriiwwan haaraan 227 hojii eegalan Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Naannoo Tigraayitti baatiwwan saglan darban Indaastiriiwwan haaraan 227 hojii eegaluu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina Marii Biyyaalessaaf Dhaabbileen Miidiyaa gahee isaani bahachuu qabu –… Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Milkaa’ina Marii biyyaalessaaf dhabbiileen Miidiya qajeelummaa dhugaafi amanamummaan gahee isaanii bahachuu qabu jedhan Komishinarri Komishinii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Saa’ud Arabiyaatti hanqina hojmaata bobbii hojiirratti mul’atu furuuf hojjetamaa… Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Ministirri Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil Ministir Deetaa Ministeera Qabeenya Namaa fi Misooma Hawaasummaa Saa’ud Arabiyaa Abdiilwaahaab…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen argisiisa Istiraayid Itiyoophiyaa daawwatan Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaa fi jilli isaaniin durfamu argisiisa ‘Istiraayid Itiyoophiyaa’daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Waggoottan shanan darban rakkoowwan gamhedduu keessatti bu’aaleen gurguddon galma’aniiru –… Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Waggootaan shanan darban rakkoolee hawaas dinaagdee hedduu mudatan dandamachuun bu’aalee gurguddoo galmeessuun danda’amuu Itti Aanaan Pireezidaantii…
Biiznasii Qaala’iinsi gatii % 23.3tti gadi hir’achuu ibsame Tsehay Guluma May 22, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Baatiwwan saglan darban Qaala’iinsi gatii gara % 23.3tti gadi bu’uu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa beeksise. Gatiin meeshaalee nyaataa yeroo…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saaniin Abbootii Qabeenyaa Awustiraaliyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin Abbootii qabeenyaa Awustiraaliyaa Damee Indaastirii Konistiraakshiniirratti…
Oduu biyya keessaa Godinichatti hiriirri deeggarsaa mootummaa jijjiiramaa fi balaaleffannaa shanee gaggeeffame Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Godina Arsii Aanaa Roobeetti hiriirri deeggarsaa mootummaa jijjiiramaa fi balaaleffanna shanee gaggeeffameera. Hirmaattootni hiriirichaas gochaa…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni hiriyaa isaanii ajjeesuun Konkolaataa inni konkolaachisaa ture fudhatanii miliqan… Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni hiriyaa isaanii ajjeesuun Konkolaataa inni konkolaachisaa ture fudhatanii miliqan sa’aatii 24 keessatti to’atamuu…
Oduu biyya keessaa Kenniinsa Qormaataa Kutaa 6ffaafi 8ffaa irratti mariin hubannoo cimsuu gaggeeffame Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qormaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa Caamsaa 29, 2016 eegalee kennamu ilaachisee mariin hubannoo cimsuu magaalaa…