Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuu…
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii Saawuloos Chiiliimaan dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuun mirkanaa’eera.…