Oduu biyya keessaa Fooramiin Invastimantii Itiyoophiyaa beeksiisu Dohaatti gaggeeffame Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Fooramiin haala mijataa Invastimantii Itiyoophiyaa beeksiisu Kaataar Dohaatti Interneetiin gaggeeffameera. Itiyoophiyaan qabeenya…
Idil Addunyaa Koongotti Bidiruun garagaluun lubbuun namoota 80 olii darbe Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Laga dhiyeenya Magaalaa Guddoo Koongoo Kiinshaasaatti argamutti Bidiruun namoota 270 feetee imalaa turte garagaluun lubbuun namoota 86 olii…
Oduu biyya keessaa Lammiilee miiliyoona 3 ta’aniif biyya keessaa fi biyya alaatti carraan hojii uumamuu ibsame Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Bara baajataa kana Baatiwwan kurnan darban Lammiilee miiliyoona 3 ta’aniif biyya keessaa fi biyya alaatti carraan hojii uumamuu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Alamuu Simeen adeemsa daldala hunda galeessa buufata Dooraalee daawwatan Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjiba fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen adeemsa waliigalaa daldala buufata Dooraalee daawwataniru.…
Oduu biyya keessaa Bara baajatichaa dhiyeessa galteewwan qonnaa fi uwwisa sanyiirratti jijjiiramni guddaan argameera –… Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Bara baajatichaa dhiyeessa galteewwan qonnaa fi uwwisa sanyiirratti jijjiiramni guddaan argamuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoonni SaafaariiTajaajila Turiizimiif oolan Waajjira Ministira Muummeef kennaman Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Oomishtoonni dandeettii qaban adeemsa oomishaa Konkolaattota Saafaarii akka babal’isan kallattii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ergaa Pireezidaantii Jibuutirraa ergame Ministira Dhimma Alaa biyyattiirraa… Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Jibuutii ergaa Pireezidaantii biyyattii Isimaa’eel Umar Giileerraa ergame Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif…
Ispoortii Piriimeer Liigiin Itiyoophiyaa torbee 27ffaan har’a ni eegala Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Sababa taphoota gulaallii Waancaa Addunyaan adda citee kan ture taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 27ffaan har’a eegalee ni…
Oduu biyya keessaa Taarifa Elektirikaa fooyyessuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu ibsame Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Taarifa Elektirikaa fooyyessuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksiise. Waggoota lamaan darbaniif taarifni…
Oduu biyya keessaa Wixineen baajata bara 2017 Birrii biiliyoona 971.2 ta’uun mana mareef dhiyaate Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Wixineen baajata bara 2017 Birrii biiliyoona 971.2 ta’uun Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaateera. Ministirri Ministeera…