Godinaalee Wallagaatti nageenyi waaraan mirkanaa’aa dhufuu Ajajni Giddugala Daalool ibse
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Godinaalee Wallagaa hunda keessatti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu hojjetamaa jiruun nageenyi waaraan mirkanaa’aa dhufuu Raayyaa Ittisaatti Ajajni…