Oduu biyya keessaa Jireenya Horsiisee Bulaa fooyyeessuuf… Tsehay Guluma Mar 11, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Biiroon Misooma Jallisiifi Horsiisee Bulaa Oromiyaa qabeenya bishaan lafa irraa fi jalaa misoomsuun jiruufi jireenya hawaasa horsiisee Bulaa…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa hoggansa gahuumsa qabu horachuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira – Leetenaal… Tsehay Guluma Mar 11, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa hoggansa gahuumsa qabu horachuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhan Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen Lammiilee rakkoo Hawaasummaa garaagaraaf saaxilamaniif mana jireenyaa… Tsehay Guluma Mar 11, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Gamoo ammayyaa Abbaa darbii 4 kutaa Magaalaa Lidataatti ijaaraman lammiilee rakkoo…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Pilaazaa Diil fi Misooma Qarqara Laga Qurxummii tajaajilaaf banan Tsehay Guluma Mar 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Naannawaa Addabaabaayii Teediroositti kan ijaarame Pilaazaa Diili fi Misooma Qarqara Laga…
Oduu biyya keessaa Ergamni Mootummaa Ida’amuu Itiyoophiyaa Amantaan, aadaa fi Sirni hundaa itti kabajamu… Tsehay Guluma Mar 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) - Ergamni Mootummaa Ida'amuu Itiyoophiyaa Amantaan, aadaa fi Sirni hundaa itti kabajamu ijaarudha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Ummanni Harargee Bahaa ummataa hojii jaalatu, seenaa beekuu fi amantaa isaa kabajuudha- Dooktar Abiy… Tsehay Guluma Mar 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC)- Ummanni Harargee Bahaa ummataa hojii jaalatu, seenaa beekuu fi amantaa isaa kabajuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Misoomni Koriidarii magaalaa Dirree aja’ibsiisaadha – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Mar 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Misoomni Koriidarii magaalaa Dirre Dhawaa baay’ee aja’ibsiisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI…
Ispoortii Taphoota Waancaa FA’n har’a taphoonni sadii ni taphatamu Tsehay Guluma Mar 7, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) –Taphoota Waancaa FA Ingiliiz marsaa 5ffaan har’a taphoonni sadii ni taphatamu. Haaluma kanaan Niwuukaasiil Yuunaayitiid Maanchister Siitii waliin,…
Ispoortii Dirre Dhawaan morkataa isaa yoo injifatu, Adaamaan qixa bahe Tsehay Guluma Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC)- Taphoota CBE Pirimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaan har'a taphatameen Dirre Dhawaan morkataa isaa yoo injifatu, Adaamaan Hadiyyaa Hoosaanaa waliin…
Oduu biyya keessaa Guddina biyyaa saffisisuuf gaheen dhaabbilee Hawaasa Sivilii cimuu qaba – Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Mar 5, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Ijaarsa biyyaa saffisisuuf dhaabbileen Hawaasa Sivilii dammaqinaan hirmaachuu qabu jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Qindeessaan…