Manni Marichaa yaadota murtoo garaagaraa qorachuun raggaasise
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2019 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaadota murtoo garaagaraa dhiyaatan qorachuun raggaasiseera.
Manni Marichaa yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 1ffaa…