Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Ijaarsa manneen jireenyaa kuma 4 eegalchiisan Tsehay Guluma Apr 27, 2024 0 Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ijaarsa manneen jireenyaa kuma 4 eegalchiisaniiru. Manneen kunnee tumsa mootummaa fi…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin waloo gamaaggama raawwii hojii walakkaa waggaa Komishinii Ministiroota Itiyoo – Jibuutii… Tsehay Guluma Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Waltajjiin waloo gamaaggama raawwii hojii walakkaa waggaa Komishinii Ministirootaa Itiyoo – Jibuutii 16ffaan guyyoota 2’f gaggeeffamaa ture…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa Baajata dabalataa Birrii biiliyoona 21 raggaasiise Tsehay Guluma Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 3ffaa gaggeesseen Baajata dabalataa Birrii biiliyoona 21 raggaasiiseera. Baajata…
Biiznasii Ayyaana Sooma Hiikaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa… Tsehay Guluma Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Ayyaana Sooma Hiikaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee fi daballiin gatii akka hin mudanne xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Faawundeeshinii Biil fi Meeliindaa Geetis waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Faawundeeshinii Biil fi Meeliindaa Geetis Maark Luuzimaanii fi jila isaaniin…
Idil Addunyaa Siwiidin lammiilee Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa jiraniif kan oolu deeggarsa Birrii biiliyoona… Tsehay Guluma Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Siwiidin lammiilee Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa jiraniif kan oolu deeggarsa Birrii biiliyoona 1.2 ol gama dhaabbilee deeggartootaan akka qaqqabu…
Oduu biyya keessaa Misooma Koriidariif manneen kuma 5 ol kaafamaniiru-Aadde Adaanech Tsehay Guluma Apr 26, 2024 0 Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Misooma Koriidarii fi magariisaaf manneen kuma 5 fi 135 ol kaafamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan. Kantiibaan…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Biraayitanii fi Maanchiister Siitii gidduutti taasiifamu… Tsehay Guluma Apr 25, 2024 0 Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Biraayitanii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu hawwiin eegamaa…
Oduu biyya keessaa Haleellaan Koorniyaa fi barmaatileen miidhaa qaqqabsiisan babal’achaa dhufuu akeekame Tsehay Guluma Apr 25, 2024 0 Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Haleellaan Koorniyaa fi barmaatileen miidhaa qaqqabsiisan babal’achaa dhufuu akeekameera. Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Walga’ii idilee…
Oduu biyya keessaa Obbo Taayyee Danda’aan yakka humnoota farreen nageenyaa deeggaruu fi meeshaa waraanaa seeraan alaa… Tsehay Guluma Apr 25, 2024 0 Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Danda’aan yakka humnoota farreen nageenyaa deeggaruu fi meeshaa waraanaa seeraan alaa…