Godina Horroo Guduruu Wallagaatti qamadiin Buusaa Gonofaan misoome walitti qabamaa jira
Finfinnee, Mudde, 1, 2018 (FMC)- Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Guduruutti qamadiin Buusaa Gonofaan lafa hektaara 70 irratti misoome Kombaayinaraan walitti qabamaa jira.
Oomisha…