Magaalaa Finfinneetti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Ekkaa aanaa 9 tti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbuu Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Magaalichaa ibse.…