Mootummaan rakkoolee godaansa seeraan alaan mudachaa jiran hambisuuf xiyyeeffannaan hojjechaa jira…
Finfinnee, Hagayya 15, 2017 (FMC) – Godaansi seeraan alaa gaaga'ama lubbuu namaa fi mancaatii qabeenyaa hordofsiisuun biyya miidhaa jira jedhe Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa…