Oduu biyya keessaa Awaash Fantaalleetti kirkirri lafaa mudate Tsehay Guluma Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) - Naannawaa Awaash Fantaalleetti kirkirri lafaa reektar Iskeelii 4.8 mudateera jedhe Yuunivarsiitiin Finfinnee. Har’a ganama…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota gama hawaasummaan qabate keessaa tokko dhaloota saanyinsii fi… Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota gama hawaasummaan qabate keessaa tokko dhaloota saanyinsii fi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumudha jedhe…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Harar Fooramii Diinagdee Addunyaa irratti beekamtii argatte Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 13, 2018 (FMC) - Harar magaalaa xuraawaa pilaastikaa irraa bilisoomsuuf inisheetiivii egalameen fooramii dinagdee addunyaa irratti beekamtii argatteetti jedhan…
Oduu biyya keessaa Bara 2018 Diingadeen Itiyoophiyaa % 10.2 ni guddataan eegama Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa Diingadeen Itiyoophiyaa % 10.2 ni guddataan eegama. Manni Maree Ministirootaa raawwii karooraa hojii guyyoota 100'n…
Oduu biyya keessaa Haala qabatamaa diinagdee Addunyaan Itiyoophiyaan cimina addaa fi guddina saffisaa argamsiiste- WMM Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – haala qabatamaa diinagdee Addunyaan Itiyoophiyaan cimina addaa fi saffiisa guddinaa argamsifteetti jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Manni Maree…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa eenyummaa waloo fi asxaa tokkummaa injifannoo olka’iinsa Itiyoophiyaa bu’uuressedha… Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) - Hidhi Guddichi Itiyoophiyaa eenyummaa waloo fi asxaa tokkummaa injifannoo dhugaa olka’iinsa Itiyoophiyaa bu’uuressedha jedhan Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa ajandaa misoomaa Itiyoophiyaa guddisuuf deeggarsa faayinaansii fi teekinikaa… Tsehay Guluma Oct 23, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) –Baankiin Addunyaa ajandaa misoomaa Itiyoophiyaa guddisuuf deeggarsa Faayinaansii fi Teekinikaa olaanaa taasisaa jira jedhan Ministirri Ministeera…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu ni eegama Tsehay Guluma Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu hawwiin eegama. Har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee…
Teeknooloojii Giddugalli gahumsa Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqaa ‘Ansoo Afrikaa’ Yuunivarsitii Ambootti baname Tsehay Guluma Sep 27, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Giddugalli gahumsa Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqaa ‘Ansoo Afrikaa’ jedhamu Yuunivarsiitii Ambootti guyyaa har’aa baname. Itiyoophiyaatti kan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa Magaalota garaagaraatti kabajamaa jira Tsehay Guluma Sep 27, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Ayyaanni Masqalaa Magaalota garaagaraatti kabajamaa jira. Haaluma kanaan Magaalota Maayicawu, Aksuum, Humaraa fi Addigiraatitti kabajamaa jira.…