Naannooleen kudhan Deeggarsa Namoomaa ofii isaaniin guutuu danda’aniiru- Komishinicha
Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC)- Hojii hirkatummaa hambisuuf hojjetamaa jiruun naannooleen kudhan deeggarsa namoomaa gosa hunda ofii isaaniin guutuu danda’aniiru jedhan Komishinarri…