Oduu biyya keessaa Manneen Maree Lamaan Walga’ii waloo boru gaggeessu Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Manni Maree Federeeshinii guyyaa boruu walga’ii waloo 6ffaa bara hojii 5ffaa ni gaggeessu. Ministirri Muummee Hindi…
Ispoortii Itiyoophiyaan Dorgommii Atileetiksiin Meedaaliyaa 12 galmeessuun dorgommicha xumurte Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffama kan jiru Olompikii Dargaggoota Afrikaa 4ffaarratt Itiyoophiyaan Dorgommii Atileetiksiin meedaaliyaa 12 galmeessuun…
Biiznasii Godinichatti bara kana Buna Toonii kuma 74 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Godina Iluu Abbaa Booritti bara kana Buna Toonii kuma 74 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira. Buna qulqullina qabu oomishuun sharafa alaa…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Dargaggoota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Fooramiin Dargaggoota Afrikaa 2025 Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Fooramicharratti Ministir Deetaan Ministeera Hojii fi Ogummaa Salamoon…
Oduu biyya keessaa Paartiin Simrat Filannoo Biyyaalessaa 7ffaarratti hirmaachuuf qophii taasisaa jira Tsehay Guluma Dec 15, 2025 0 Finfinnee, Mudde 6, 2018 (FMC)-Paartiin Dimookiraatawaa Tigraay (Simrat Paartiin) Filannoo biyyaalessaa 7ffaarratti hirmaachuu qophii taasisaan jira jedhe. Paartichi beekamtii seeraa…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi tasgabbii eegsisuu keessatti gahee Poolisii… Tsehay Guluma Dec 14, 2025 0 Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC) – Nageenyaa fi tasgabbii ummataa mirkaneessuu keessatti tajaajilli Poolisii hawaasaa gahee ol'aanaa taphateera jedhe Komishiniin Poolisiin Oromiyaa.…
Ispoortii Dorgommiin Kiiloomeetira 10 Maqaleetti gaggeeffame Tsehay Guluma Dec 14, 2025 0 Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC)- Dorgommiin jalqabaa daandiirraa Kiiloomeetira 10 Naannoo Tigraay Magaalaa Maqaleetti gaggeeffameera. Dorgommichaan Naannoon Tigraayi Dhiirootan,…
Ispoortii Taphni Har’a Maanchiister Siitiin Kiristaal Paalas waliin taphatan ni eegama Tsehay Guluma Dec 14, 2025 0 Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC)- Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 16ffaan taphni har’a Maanchiister Siitiin Kiristaal Paalaas waliin taphataman ni eegama. Har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Rippablikni Koongoo damee Loltummaan waloon hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Dec 12, 2025 0 Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Rippaablikni Koongoo damee Loltummaan waloon hojjechuu dandeessisu sanadaa waliigaltee mallatteessaniiru. Ministirri Ministeera Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneen yaa’iwwan idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuun magaalaa filatamtuu taateetti-… Tsehay Guluma Dec 12, 2025 0 Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) _ Finfinneen yaa’iwwan idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuun magaalaa filatamtuu taateetti jedhan Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…