Oduu biyya keessaa Gujiitti bara kana Bunni Tooniin Kumni 39 ol gabaaf dhiyaate Tsehay Guluma Jul 4, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC)- Godina Gujiitti bara kana buna toonii kuma 55 ol gabaaf dhiyeessuuf karoorfamee hanga ammaatti bunni toonii kuma 39 ol gabaaf dhiyaateera jedhe…
Idil Addunyaa Interpool Yakkoota Daangaa Ce’oo ittisuuf Gamtaa Afrikaa waliin ni hojjeta Tsehay Guluma Jul 4, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC)- Dhaabbanni Poolisii Idil Addunyaa yakkoota daangaa ce’oo ittisuuf Gamtaa Afrikaa waliin nan hojjedha jedhe. Dura Taa’an Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii…
Oduu biyya keessaa Tika madaala uumamaaf falli jiru uumama araarfachuu qofa- MNO Tsehay Guluma Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC )- Addunyaa qormaata jijjiirama qilleensaan muddamaa jirtuuf falli biqiltuu dhaabuu; kan dhaabames ofiif jecha kunuunsuun madaala uumamaa tiksuudha jedhe…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalichaa Gamoo hundagaleessa Mana Amantaa Ortodoksiif dabarse Tsehay Guluma Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC )- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee sababa misooma koriidarii fi moofa’uun qabiyyee Mana Amantaa Ortodoksii diigamee ture bakka buusuuf Gamoo hundagalessa…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti Pirojektoonni garaagaraa eebbifamuun tajaajilaaf banaman Tsehay Guluma Jun 29, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC)- Godina Jimmaa Aanaa limmuu kossaatti projektoonni misoomaa garaagaraa eebbifamuun tajaajilaaf banamaniiru. Pirojektoonni kunneen bakka Paartii…
Oduu biyya keessaa Malaammaltummaan guddinaa fi misooma biyyaaf gufuudha- Dooktar Biqilaa Hurrisaa Tsehay Guluma Jun 29, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC)- Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa Ogeeyyii miidiyaalee fi Kominikeeshiniif leenjii kennaa jira. Leenjichi mata duree "Miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti Hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jun 29, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC )- Hiriirri tarkaanfiilee mootummaan nageenya naannichaa waareessuuf fudhataa jiru deeggaru Magaaloota Naannoo Amaaraa garaagaraa keessatti gaggeeffamaa…
Fayyaa Hanqinni Vitaamiin ‘D’ Daa’imman Qofarratti hin mudatu Tsehay Guluma Jun 29, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC) – Vitaamiin 'D’n coomaan kan bulbulamu yoo tahu, cooma qaama keenya keessa kuufame keessatti vitaaminii oomishuun kan fayyadamuudha. Daa’imman reefu…
Oduu biyya keessaa Haqa waloo cimsuuf Mana Murtii Aadaa waliin ni hojjetama Tsehay Guluma Jun 27, 2025 0 Finfinneen Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Gumiin Balal Marsaa 43ffaan mata duree “Haqa Waloof Mana Murtii Aadaa” jedhuun gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti Pireezidaantii Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Hojiileen Itiyoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisan hojjetamaniiru-Dooktar Biqilaa Hurrisaa Tsehay Guluma Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Waggoottan jijjiiramaa darban hojiilee boonsaan Itiyoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisan hojjetamaniiru jedhan Paartii Badhaadhinaatti Itti…