Ispoortii PSG Tootanihaam waliin –Tapha eegamaa… Tsehay Guluma Aug 13, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2017 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa kan injifate PSG’n Liigii Yuurooppaa kan injifate Tootanihaam Hootispar waliin taphni xumuraa Suuppar kaappii Awurooppaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ameerikaan daddabarsa Maallaqaa Seeraan alaa to’achuuf mari’atan Tsehay Guluma Aug 11, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihraatuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eerviin Maasiingaa waliin mari’ataniiru. marii isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Giiftii Duree Mana Baruumsaa Qaroo Dhabeeyyii sadarkaa 2ffaa Birhaaniif deeggarsa taasise Tsehay Guluma Aug 11, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC)- Waajjirri Giiftii Duree Mana Baruumsaa Bultii Addaa Qaroo Dhabeeyyii Sadarkaa 2ffaa Birhaaniif deeggarsa meeshaalee garaagaraa kenneera. Waajjirri Giiftii…
Fayyaa Bulchiinsa Magaalichaaf deeggarsi Meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 50 olitti tilmaamamu… Tsehay Guluma Aug 11, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC)- Faawundeeshiniin Heenook Araggaaw jedhamu Bulchiinsa Magaalaa Finfinneef deeggarsa meeshaalee fi galteewwan wal’aansaa Birrii miiliyoona 50 olitti tilmaamamu…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi Lammiilee sababa guutiinsa Laga Awaashiin buqqa’aniif taasifamu karaa Buusaa Gonofaa qofa… Tsehay Guluma Aug 11, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2017(FMC)- Deeggarsi Lammiilee sababa guutiinsa Laga Awaashiin godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaalaa garaagaraarraa buqqa’aniif taasifamu karaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa…
Teeknooloojii Bittaan Birrii biiliyoona 300 olii sirna Elektirooniksiin raawwate Tsehay Guluma Aug 11, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2017 (FMC)- Bara baajataa xumurame bittaan Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 8 olii sirna bittaa Elektirooniksiin raawwatameera jedhe Abbaan Taayitaa Bittaa fi…
Oduu biyya keessaa Tattaaffii Itiyoophiyaan Karra Galaanaa argachuuf taasiftu nan deeggara- Turkimeenistaan Tsehay Guluma Aug 11, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2017 (FMC)- Turkimeenistaan tattaaffii Itiyoophiyaan karra galaanaa argachuuf taasistu ni deeggarti jedhan Ministirri Dhimma Alaa biyyaattii Raashiid Meeriidoov.…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi lammiilee sababa guutiinsa Laga Awaashiin buqqa’aniif taasifamu akka cimu gaafatame Tsehay Guluma Aug 9, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaalee garaagaraatti sababa guutiinsa laga Awaashiin lammiilee buqqa’aniif deeggarsi taasifamu cimee akka itti fufu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa kaabaatti Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Tsehay Guluma Aug 9, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC)- Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Eefraataafigidimitti rooba cimaa roobe hordofee Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 4 darbeera. Aanichatti…
Oduu biyya keessaa Naannooleen kudhan Deeggarsa Namoomaa ofii isaaniin guutuu danda’aniiru- Komishinicha Tsehay Guluma Aug 9, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC)- Hojii hirkatummaa hambisuuf hojjetamaa jiruun naannooleen kudhan deeggarsa namoomaa gosa hunda ofii isaaniin guutuu danda’aniiru jedhan Komishinarri…