Nageenya biyyaalessaa bu’uuressuuf dudhaalee hawaasummaatti sirnaan fayyadamuun barbaachiisaadha
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)-Nageenya biyyaalessaa bu’uuressuuf dudhaalee hawaasummaatti sirnaan fayyadamuun barbaachiisadha jedhan Ministirri Ministeera Nageenyaa Mahaammad Idiriis.…