Bu’uurri guddina biyyaa dhaloota barsiisuufi diinagdee gurmeessuudha- BBO
Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa misooma barnootaa irratti hojii hojjechaa jiruun dhaloota dandeettii, gahumsaa fi beekumsaan utubuun sadarkaa hundati…