Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Al-Faxir Kabajamaa Jira Tsehay Guluma Mar 20, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) - Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaan haala ho'aan ta’een kabajamaa jira. Ayyaannichi hordoftoota amantichaa biratti sirnoota amantii garaa garaatiin…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Musliimaa wayita Ayyaana Iid kabaju lammiilee rakkatan gaafachuun ta’uu qaba… Tsehay Guluma Mar 18, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC)- Hawaasni Musliimaa wayita Ayaana Iid Al faxir kabaju lammiilee rakkatan gaafachuu fi gargaaruun ta’uu qaba jedhe Manni Maree Dhimmoota Islamummaa…
Oduu biyya keessaa Qisaasamni boba’aa akka hin uumame Lammiileen itti gaafatamummaa isaanii bahachuu qabu- Abbaa… Tsehay Guluma Mar 18, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC)- Qisaasamni boba’aa akka hin uumamne lammiileen hundi itti gaafatamummaa isaanii sirnaan bahachuu qabu jedhan Daayrekrarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Boba’aa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Puutiin waliin mari’atan Tsehay Guluma Mar 16, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin Bilbilaan mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…
Ispoortii Morkii Maanchiister Yuunaayiitiidi fi Astoon Viilaa… Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) - Taphoota Pirimeer liigii Ingiliz torbee 30ffaan Taphni har'a Maanchiister Yuunaayitiid Astoon Viilaa waliin taphatu ni eegama. Har'a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Gaazexxeessaan duraanii Faanaa Taarikuu Olaanaa du’aan boqotan Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Gaazexxeessaan duraanii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Taarikuu Olaanaa du’aan Addunyaa kanarraa boqotaniiru. Gaazexxeessaa Taarikuun hundeeffama…
Oduu biyya keessaa Masoob rakkoo kenna tajaajila Seektaraalee Mootummaa furaa jira- Obbo Kaffaaloo Tafarraa Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob rakkoo kenna tajaajila seektaraalee mootummaa hundeerraa akka furuuf hojjetamaa jira jedhan Itti…
Ispoortii Atileettoonni Itiyoophiyaa maaraatoonni See’ul injifatan Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Maaraatoonni See'ul Kooriyaa Kibbaatti gaggeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaanuu Injifataniiru. Dorgommii Dhiirotaan Atileet Haftuu…
Oduu biyya keessaa Fichee Caambalaalaan ayyaana nageenyi itti labsamuudha- Afyaa’ii Aganyawu Tashaagar Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Fichee Caambalaalaan ayyaana jibbiinsi fi gadoon dhiifame nageenyi itti labsamuudha jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Aganyawu Tashaagar.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Caambalaalaa kabajamaa jira Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) - Ayyaanni jijjiiraa bara haaraa Saba Sidaamaa Fichee Caambalaalaan Sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Ayyaannicha sababeeffachuun guyyaa kaleessaa…